Giddugaleessotaan Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuun Danda'ameera.


#Giddugaleessotaan #Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuun Danda'ameera.  #Naannoo Harariitti, Giddugaleessota Misooma Amala Dargaggootaan Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuun Danda'amuu Ibsame.  #Hogganaa Giddugala Misooma Amala Dargaggoota Naannoo Hararii Obbo Emran Abdusemad  Giddugaleessichi Damee Kanatti Hojiiwwan Gurguddoo Hojjete Ilaalchisee Ibsa Kennaniiru.  #Ibsa Isaaniitin Bara Baajataa 2017tti, Giddugaleessota Misooma Amala Dargaggoota Jahaan Baadiyyaa Fi Magaalaa Naannichatti Argaman Keessatti, Fayyadamummaa Dargaggoota Mirkaneessuun Bu'aa Jajjabeessaa Galmeessisaniiru.    #Keessattuu Tajaajilli Giddugaleessichi Kennu Dargaggoota Naamusa Gaarii Qaban Gochuun Osoo Hin Hafin, Dandeettii Isaanii Baasanii Akka Guddisan Carraa Uumeef Jiraachuu Ibsaniiru.    #Giddugaleessota Kanneen Keessatti Dargaggoonni Yeroo Isaanii Bakka Hin Malleetti Dabarsuu Dhiisanii, Sirna Beekumsa Itti Argatan Uumuuf Sochiiwwan Hedduu Hojjetaa Jiraachuu Isaanii Itti Dabaluun Himaniiru.    #Keessattuu Dargaggeessa Yaadaan, Xiinsammuun Fi Ispoortiin Guddate Uumuuf Xiyyeeffannoon Hojjetaa Turuu Isaanii Eeraniiru.    #Giddugaleessonni Dandeettii Dargaggoonni Qaban Fayyadamuun Naannichaaf Nageenya Waaraa Fi Misooma Keessatti Gahee Isaanii Akka Bahatan Taasisuu Isaanii Ol Kaasanii Dubbataniiru.  #Og-Aartiitti, Saayinsii Walhormaataa, Uumuutti, Hojii Agarsiisuutti, Teeknooloojii Odeeffannoo Fi Quunnamtii, Akkasumas Sochiiwwan Ispoortiitti Xiyyeeffannoo Kennuun Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuu Danda'amuu Ibsaniiru.    #Bara Haaraa 2018tti, Hirmaannaa Hawaasummaa, Siyaasaa Fi Dinagdee Dargaggootaa Fi Fayyadamummaa Isaanii Caalaatti Mirkaneessuuf Hojiiwwan Bal'aa Jalqabaman Cimee Itti Fufaachuu Ibsaniiru.

Giddugaleessotaan Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuun Danda'ameera.

Naannoo Harariitti, Giddugaleessota Misooma Amala Dargaggootaan Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuun Danda'amuu Ibsame.

Hogganaa Giddugala Misooma Amala Dargaggoota Naannoo Hararii Obbo Emran Abdusemad Giddugaleessichi Damee Kanatti Hojiiwwan Gurguddoo Hojjete Ilaalchisee Ibsa Kennaniiru.

Ibsa Isaaniitin Bara Baajataa 2017tti, Giddugaleessota Misooma Amala Dargaggoota Jahaan Baadiyyaa Fi Magaalaa Naannichatti Argaman Keessatti, Fayyadamummaa Dargaggoota Mirkaneessuun Bu'aa Jajjabeessaa Galmeessisaniiru.

Keessattuu Tajaajilli Giddugaleessichi Kennu Dargaggoota Naamusa Gaarii Qaban Gochuun Osoo Hin Hafin, Dandeettii Isaanii Baasanii Akka Guddisan Carraa Uumeef Jiraachuu Ibsaniiru.

 Giddugaleessota Kanneen Keessatti Dargaggoonni Yeroo Isaanii Bakka Hin Malleetti Dabarsuu Dhiisanii, Sirna Beekumsa Itti Argatan Uumuuf Sochiiwwan Hedduu Hojjetaa Jiraachuu Isaanii Itti Dabaluun Himaniiru.

 Keessattuu Dargaggeessa Yaadaan, Xiinsammuun Fi Ispoortiin Guddate Uumuuf Xiyyeeffannoon Hojjetaa Turuu Isaanii Eeraniiru.

Giddugaleessonni Dandeettii Dargaggoonni Qaban Fayyadamuun Naannichaaf Nageenya Waaraa Fi Misooma Keessatti Gahee Isaanii Akka Bahatan Taasisuu Isaanii Ol Kaasanii Dubbataniiru.

Og-Aartiitti, Saayinsii Walhormaataa, Uumuutti, Hojii Agarsiisuutti, Teeknooloojii Odeeffannoo Fi Quunnamtii, Akkasumas Sochiiwwan Ispoortiitti Xiyyeeffannoo Kennuun Dargaggoota Kuma Dhibbaa Ol Fayyadamoo Taasisuu Danda'amuu Ibsaniiru.


Bara Haaraa 2018tti, Hirmaannaa Hawaasummaa, Siyaasaa Fi Dinagdee Dargaggootaa Fi Fayyadamummaa Isaanii Caalaatti Mirkaneessuuf Hojiiwwan Bal'aa Jalqabaman Cimee Itti Fufaachuu Ibsaniiru.

Post a Comment

Previous Post Next Post